Everyone aspires to something in life
Everyone aspires to something in life If you don’t want what you want as much as you need oxygen, you won’t get it! Everyone aspires to something in life. Someone desires business prosperity, someone else wants happiness, someone else wants success, and someone else wants love, peace or other benefits. But, not everything is easily…
Do what you need to do in your youth
Qeerrummaatti Fayyadamuu wayya! Umurii dargaggummaakeetti wanta gochuu qabdu godhi. Yoo kana hin taane wanta qeerrummaakeetti gochuu qabdu sana, erga dulloomtee booda kajeelta. Kajeeluu qofa miti akka keessaa hin baanetti dhaqxee itti lixxa. Waan qeerrummaatti gochuu qabdu sana dulluma keessa yeroo gootu ni salphatta. Ilmikee sitti qaana`a. Haati manaakee sitti yellaati. Kabanyikee sirraa mulqama. Kanaafuu Qeerrummaatti…
Take premarital training it’s life
Take premarital training A practice is to be introduced to ensure that no one enters into marriage without receiving pre-marriage training The Ministry of Women and Social Affairs is going to implement a practice certificate to ensure that people who are about to get married receive marriage training to address the recent increase in divorce…
You Want to Succeed
Milkaa’uu Barbaadda TaanaanQabxiilee Armaan Gadii Dubbisi Milkaa’uun hawwii namoota hedduu ti. Garuu, milkaa’inni carraa qofaan hin dhufu; hojii cimaa, murannoo, fi of-qopheessuu barbaada. Namni milkaa’uu barbaadu jalqaba of sirnaan beeku qaba, kaayyoo isaa ifatti kaa’uu qaba, akkasumas tarkaanfii itti fufinsaan fudhachuu qaba. Qabxiileen armaan gadii karaa milkaa’inaatti si qajeelchan. Saayintistoonni fi yaad-doonni beekamoon hedduun dhimma…
Respect for women it’s true
Dubartootaaf kabajaa guddaan qaba garuu, altokko tokko mammaaksi Oromoo, “Dubartiin dheertuu malee beektuu hinqabdu!” jedhu na amansiisa. Waa maleen kana jedha, aliimmoo kabajaa dubartootaa gadi buusuufin mammaaksa kana fayyadamaa jira miti. Garuu, waan tokko ajandaa gochuuf, yookiimmoo waa argachuuf jedhanii murtii shamarran keenya fudhataniifi, karaan isaan ittiin of hubachiisuu barbaadan, aarii keessa isaaniis ta’ee gammachuu…
To some you’re the person they love
To some you’re the person they love “To some you’re the person they love, you’re genuinely humble and funny. To others you’re pretending and you’re dishonest. To a few you’re a good memory; to others you’re a memory they want to forget they are lost. To some people you continue to be loved and celebrated…
Love at the right time True love
You were in and I was in a hurry ●There was a couple who loved each other very much. They made an appointment to meet. She rushed to their appointment ground, their hearts bursting like goats finding a mother’s silk, wondering when He would reach her/her eyes. They were both looking forward to this day…
Signs of a Woman Who Doesn’t Love You:
Signs of a Woman Who Doesn’t Love You: ☞ A woman shows signs of looking for you because she may find it difficult to tell you openly and doesn’t want to lose your friendship. It is easier for them to show you signs than to say they love you. Some may pretend not to like…
Love is not a battlefield!
Jaalalli dirree lolaa miti! Yeroo jaalalli gammachuu dhabuu keetiif sababa ta’u, sana booda hariiroo addan kutuun gamnummaadha. Jaalalli waa’ee safuu dhabuu fi waa’ee waan argame hundatti ijaa jabaachuu fi waan jaallatte sana irratti cichuu utuu hin taane; waa’ee seera namoomaa, waa’ee kabaja lubbuu ofii, waa’ee safuu fi daangaa jireenyaa eeguuti. Yeroon, humni fi simannaan onnee…
YouTube, Facebook, TikTok irraa maal dhaggeeffata?
Akkuma filanne nyaannu, filannee dhaggeeffachuu fi filannee hordofuus haa barannu. Muuxannoon filatanii daggeeffachuufi hordofuu tarii beekumsaafi hubannoo gadi fagoo nu gaafachuu mala. Ta’us ammoo bara addunyaan dijitaalofte kana keessatti wanti akka koorsiitti barachuu ykn ammoo shaakaluu qabnu inni guddaan isa kana. Wantoonni hedduun nuti as toora Marsaa hawaasummaa, YouTube, Facebook, TikTok fi al alii ammoo…